HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo 3.2

Licence: Gratuit ‎Taille du fichier: 4.19 MB
‎Note des utilisateurs: 0.0/5 - ‎0 ‎Votes

Hiibboo est équivalent à Riddle en anglais, presque :) Hiibboo ou Riddle est une forme de jeu de devinettes qui a fait partie du folklore de la plupart des cultures des temps anciens. L’application contient peu de questions Hiibboo en langue afan oromo. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta’u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu. http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo Veuillez noter notre application dans le Google Play Store. Merci d’avoir téléchargé,

historique de la version

  • Version 3.2 posté sur 2020-06-17
    Corrections mineures de bogues.
  • Version 1.0 posté sur 2015-03-06

Détails du programme